LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 15:5-7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Yihowaan mooticha ni rukute; inni hamma guyyaa duʼa isaatti dhukkuba nadaayiitiin+ qabamee ture; mana adda baafame tokko keessas kophaa isaa jiraate;+ yeroo kanatti ilmi mootichaa Yootaam+ manicha* irratti itti gaafatamaa taʼee namoota biyyattiitiif murtii kenna ture.+ 6 Seenaan Azaariyaa+ inni hafee fi wanti inni godhe hundi, kitaaba seenaa waaʼee bara mootota Yihudaa dubbatu keessatti barreeffameera mitii? 7 Achiis Azaariyaan abbootii isaa wajjin ni boqote;+ isaanis abbootii isaa wajjin Magaalaa Daawit keessatti isa awwaalan; ilmi isaa Yootaamis bakka isaa mootii taʼe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi