-
2 Seenaa Baraa 11:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Rooboʼaamis Yerusaalem keessa jiraachaa, Yihudaa keessatti magaalota dallaa dhagaa qaban ni ijaare.
-
-
2 Seenaa Baraa 14:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Aasaan wanta Waaqa isaa Yihowaa duratti gaarii fi sirrii taʼe ni raawwate.
-
-
2 Seenaa Baraa 14:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Namoota Yihudaatiinis, “Magaalota kana haa ijaarru; naannoo isaaniittis dallaawwan, masaraawwan,+ karrawwanii* fi danqaraawwan haa hojjennu. Nuti Waaqa keenya Yihowaa waan barbaaddanneef, biyyattiin amma iyyuu toʼannaa keenya jala jirti. Nuti isa barbaaddanneerra; innis kallattii hundumaatiin boqonnaa nuuf kenneera” jedhe. Kanaafuu, hojiin ijaarsaa isaanii milkaaʼina ni argate.+
-