LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 9:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Waardiyyaan sun, masaraa Yezriʼel keessa jiru irra utuu dhaabbatee jiruu, namoonni Yehuu tuutaʼanii utuu dhufaa jiranii arge. Innis yeruma sana, “Tuutni namootaa tokko natti mulʼata” jedhe. Yooraamis, “Abbaa fardaa tokko waamiitii, ‘Nagumaan dhuftanii?’ jedhee akka isaan gaafatuuf gara isaaniitti ergi” isaan jedhe.

  • 2 Seenaa Baraa 26:9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Kana malees, Ooziyaan Yerusaalem keessatti Karra Golee,+ Karra Sululaa+ fi Deggertuu Dallaa biratti masaraawwan ni ijaare;+ isaaniinis ni cimse. 10 Dabalataanis, inni lafa onaa keessatti masaraawwan ni ijaare;+ boollawwan bishaan itti kuusan hedduus ni qote* (sababiin isaas, inni horii hedduu qaba ture); Shefelaa fi dirree sana keessattis akkanuma ni godhe. Inni hojii qonnaa waan jaallatuuf, gaarotaa fi Qarmeelos keessatti qonnaan bultootaa fi namoota maasii wayinii keessatti hojjetan qaba ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi