-
1 Mootota 7:38, 39Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
38 Inni miʼa bishaanii+ tokkoon tokkoon isaanii safartuu baatii 40 qabatan kudhan sibiila diimaa irraa ni hojjete. Miini bishaanii kun tokkoon tokkoon isaa dhundhuma afur ture.* Gaariiwwan kurnan hundi miʼa bishaanii tokko tokko qabu turan. 39 Innis gaariiwwan shan manicha irraa gara mirgaa, gaariiwwan shan immoo manicha irraa gara bitaa ni kaaʼe; Galaanichas manicha irraa gara mirgaa, jechuunis kallattii kibba bahaatiin ni kaaʼe.+
-