LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 16:10-13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Achiis Akaaz Mootichi Damaasqootti mootii Asoor Tiglaat Pileseeriin argachuuf deeme. Akaaz Mootichis iddoo aarsaa Damaasqoo keessa jiru yommuu argu, pilaanii iddoon aarsaa sun maal akka fakkaatuu fi akkamitti akka hojjetame argisiisu Uuriyaa lubichaaf ni erge.+ 11 Uuriyaan+ lubichis akkuma qajeelfama Akaaz Mootichi Damaasqoodhaa isaaf ergetti iddoo aarsaa sana ni ijaare.+ Uuriyaan lubichi Akaaz Mootichi Damaasqoodhaa deebiʼuu isaa dura iddoo aarsaa sana ijaaree xumure. 12 Mootichis yommuu Damaasqoodhaa deebiʼu iddoo aarsaa sana ni arge; achiis gara iddoo aarsaa sanaatti dhihaatee achi irratti aarsaawwan dhiheesse.+ 13 Iddoo aarsaa sana irrattis aarsaawwan gubamanii fi aarsaawwan midhaanii isaa akka aarfaman ni godhe; kana malees, inni aarsaawwan dhugaatii isaa ni dhangalaase; dhiiga aarsaawwan gamtaas achi irratti ni facaase.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi