2 Mootota 16:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Kana malees, Akaaz Mootichi cinaacha battee gaariiwwan+ sanaa ni kukkute, miʼawwan bishaanii sanas achi irraa ni kaase;+ Galaanichas qotiyyoowwan sibiila diimaa+ warra isa baatan sana irraa buusee dhagaa lafa irratti afame irra kaaʼe.+
17 Kana malees, Akaaz Mootichi cinaacha battee gaariiwwan+ sanaa ni kukkute, miʼawwan bishaanii sanas achi irraa ni kaase;+ Galaanichas qotiyyoowwan sibiila diimaa+ warra isa baatan sana irraa buusee dhagaa lafa irratti afame irra kaaʼe.+