-
2 Mootota 18:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Hosheʼaan+ ilmi Eelaa mootiin Israaʼel mootii taʼee waggaa sadaffaa isaatti, Hisqiyaas+ ilmi Akaaz+ mootii Yihudaa mootii ni taʼe. 2 Inni yeroo mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 25 ture; Yerusaalem keessa taaʼees waggaa 29f ni bulche. Maqaan haadha isaa Abii* yeroo taʼu, ishiin intala Zakkaariyaas turte.+
-