Lakkoofsa 4:2, 3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 “Ilmaan Leewwii keessaa akka maatii maatii isaaniittii fi akka manneen abbootii isaaniitti ilmaan Qehaat,+ 3 warra umuriin isaanii waggaa 30+ hamma 50+ taʼee fi garee dunkaana walgaʼii keessatti hojjechuuf ramadame keessatti argaman hundumaa lakkaaʼaa.+ 1 Seenaa Baraa 23:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Ilmaan Qehaat Amraam, Yizhaar,+ Kebroonii fi Uuziʼel+ yeroo taʼan, walumaa galatti afur turan.
2 “Ilmaan Leewwii keessaa akka maatii maatii isaaniittii fi akka manneen abbootii isaaniitti ilmaan Qehaat,+ 3 warra umuriin isaanii waggaa 30+ hamma 50+ taʼee fi garee dunkaana walgaʼii keessatti hojjechuuf ramadame keessatti argaman hundumaa lakkaaʼaa.+