LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 35:7, 8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Yosiyaas sabichaaf, jechuunis warra achitti argaman hundumaatiif aarsaawwan Faasikaatiif akka taʼanitti, hoolota xobbaallaa kormaa fi reʼoota xobbaallaa kormaa walumaa galatti bushaayee 30,000, akkasumas loon 3,000 ni kenne. Kanneen kun qabeenya mootichaa keessaa kan kennaman turan.+ 8 Bulchitoonni isaas sabichaaf, lubootaa fi Leewwotaaf fedhiidhaan kennaa ni kennan. Hilqiyaan,+ Zakkaariyaasii fi Yehiʼel warri geggeessitoota mana Waaqa dhugaa taʼan aarsaawwan Faasikaa 2,600 fi loon 300 lubootaaf ni kennan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi