Leewwota 23:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Hamma guyyaa Sanbata torbaffaa booda jiruutti guyyaa 50 ni lakkooftu;+ achiis aarsaa midhaan haaraa Yihowaadhaaf dhiheessaa.+
16 Hamma guyyaa Sanbata torbaffaa booda jiruutti guyyaa 50 ni lakkooftu;+ achiis aarsaa midhaan haaraa Yihowaadhaaf dhiheessaa.+