LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 4:2, 3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 “Ilmaan Leewwii keessaa akka maatii maatii isaaniittii fi akka manneen abbootii isaaniitti ilmaan Qehaat,+ 3 warra umuriin isaanii waggaa 30+ hamma 50+ taʼee fi garee dunkaana walgaʼii keessatti hojjechuuf ramadame keessatti argaman hundumaa lakkaaʼaa.+

  • Lakkoofsa 8:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 “Seerri Leewwotaaf hojjetu kana dha: Namni umuriin isaa waggaa 25 fi isaa ol taʼe, garee warra tajaajila dunkaana walgaʼii keessatti hirmaatanitti ni makama.

  • 1 Seenaa Baraa 23:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Ilmaan Leewwii warri akka qomoo qomoo isaaniittii fi akka geggeessitoota qomoo qomoo isaaniitti galmeeffaman kanneen kana turan. Leewwonni umuriin isaanii waggaa 20 fi isaa ol taʼe, tajaajila mana Yihowaa keessa jiru akka raawwataniif maqaa isaaniitiin lakkaaʼamanii fi galmeeffamanii turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi