-
1 Seenaa Baraa 24:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Ilmaan Eleʼazaar, ilmaan Itaamaar caalaa dura buutota waan qabaniif, isaan akka kanaan isaan hihiran: Ilmaan Eleʼazaar dura buutota manneen abbootii isaanii taʼan 16 qabu turan; ilmaan Itaamaar immoo dura buutota manneen abbootii isaanii taʼan 8 qabu turan.
-