2 Seenaa Baraa 29:35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 Kana malees, aarsaawwan gubaman,+ coomni aarsaawwan gamtaa+ fi aarsaawwan dhugaatii warri aarsaawwan gubamanii wajjin dhihaatan+ hedduun jiru turan. Akka kanaan, tajaajilli mana Yihowaa akkuma duriitti raawwatamuu jalqabe.
35 Kana malees, aarsaawwan gubaman,+ coomni aarsaawwan gamtaa+ fi aarsaawwan dhugaatii warri aarsaawwan gubamanii wajjin dhihaatan+ hedduun jiru turan. Akka kanaan, tajaajilli mana Yihowaa akkuma duriitti raawwatamuu jalqabe.