-
2 Seenaa Baraa 31:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Hisqiyaas guutummaa Yihudaa keessatti kana ni raawwate; inni wanta Waaqa isaa Yihowaa duratti gaarii fi sirrii taʼe ni godhe; isaafis amanamaa ture.
-