-
2 Seenaa Baraa 20:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Isaanis guyyaa itti aanu ganama barii kaʼanii gara lafa onaa Teqoohaa+ dhaqan. Utuu deemaa jiraniis Yoshaafaax dhaabbatee, “Yaa Yihudaa, isin jiraattonni Yerusaalemis, na dhagaʼaa! Jabaattanii dhaabbachuu akka dandeessaniif, Waaqa keessan Yihowaatti amanaa. Raajota isaatti amanaa;+ milkaaʼina ni argattu.”
-