-
2 Mootota 18:29, 30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 Mootichi akkana jedha: ‘Hisqiyaas harka koo jalaa isin oolchuu waan hin dandeenyeef, inni isin hin gowwoomsin.+ 30 Akkasumas Hisqiyaas, “Yihowaan dhugumaan nu oolcha; magaalaan kunis harka mootii Asooritti hin kennamtu” jedhee Yihowaatti akka amanattan isin hin godhin.
-
-
2 Mootota 19:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 “Hisqiyaas isa mootii Yihudaa taʼeen akkana jedhaa: ‘Waaqni kee inni amanattu, “Yerusaalem harka mootii Asooritti hin kennamtu” jedhee si hin gowwoomsin.+
-