-
Izraa 5:3, 4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Yeroo kanatti Taatenaay inni bulchaa naannoo Lagicha* Gamaa taʼee fi Shetaar Bozenaay, akkasumas michoonni isaanii gara isaanii dhufanii, “Mana kana akka ijaartanii fi ijaarsa* kana akka xumurtan eenyutu isin ajaje?” jedhanii isaan gaafatan. 4 Achiis, “Maqaan namoota mana kana ijaaraa jiranii eenyu?” jedhanii isaan gaafatan.
-