1 Mootota 6:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Manni Solomoon Mootichi Yihowaadhaaf ijaare dheerinni isaa dhundhuma* 60, dalgi isaa dhundhuma 20, ol dheerinni isaa immoo dhundhuma 30 ture.+
2 Manni Solomoon Mootichi Yihowaadhaaf ijaare dheerinni isaa dhundhuma* 60, dalgi isaa dhundhuma 20, ol dheerinni isaa immoo dhundhuma 30 ture.+