-
Baʼuu 12:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 “‘Ani raayyaa keessan biyya Gibxii keessaa kanan baasu guyyaa kanatti waan taʼeef, isin yeroo hunda Ayyaana Maxinoo kabajuu qabdu.+ Guyyaa kanas guutummaa dhaloota keessanii keessatti akka dambii dhaabbataatti kabajaa.
-