Nahimiyaa 8:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Kanaafuu, Izraan lubichi jiʼa torbaffaa keessaa guyyaa isa tokkoffaatti+ Seericha gumii dhiirota, dubartootaa fi warra dhagaʼanii hubachuu dandaʼan of keessatti qabate duratti dhiheesse.+ Nahimiyaa 12:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Kanneen kun bara Yoyaaqiim ilma Yeshuwaa+ ilma Yozaadaaqittii fi bara Nahimiyaa isa bulchaa biyyaa taʼeetti, akkasumas bara Izraa+ isa lubaa fi garagalchituu* taʼeetti tajaajilaniiru.
2 Kanaafuu, Izraan lubichi jiʼa torbaffaa keessaa guyyaa isa tokkoffaatti+ Seericha gumii dhiirota, dubartootaa fi warra dhagaʼanii hubachuu dandaʼan of keessatti qabate duratti dhiheesse.+
26 Kanneen kun bara Yoyaaqiim ilma Yeshuwaa+ ilma Yozaadaaqittii fi bara Nahimiyaa isa bulchaa biyyaa taʼeetti, akkasumas bara Izraa+ isa lubaa fi garagalchituu* taʼeetti tajaajilaniiru.