-
Keessa Deebii 5:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Achiis Museen guutummaa Israaʼeliin waamee akkana isaaniin jedhe: “Yaa Israaʼel, dambiiwwanii fi heerawwan ani harʼa isin beeksisu kana dhagaʼaa, isaan baradhaa, akkasumas of eeggannoodhaan hojii irra oolchaa.
-
-
Keessa Deebii 17:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Achiis murtoo isaan bakka Yihowaan filatu irraa sitti himan sana raawwadhu. Qajeelfama isaan siif kennan hundumaa of eeggannoodhaan raawwadhu.
-