Lakkoofsa 15:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 namni aarsaa isaa dhiheessu, aarsaa midhaanii daakuu bullaaʼaa+ eefaa* tokko keessaa harka kudhan keessaa harka tokko taʼee fi zayitii hiinii* tokko keessaa harka afur keessaa harka tokkoon makame Yihowaadhaaf haa dhiheessu.
4 namni aarsaa isaa dhiheessu, aarsaa midhaanii daakuu bullaaʼaa+ eefaa* tokko keessaa harka kudhan keessaa harka tokko taʼee fi zayitii hiinii* tokko keessaa harka afur keessaa harka tokkoon makame Yihowaadhaaf haa dhiheessu.