Izraa 7:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Izraan kun Baabilon irraa dhufe. Inni garagalchituu* Seera Musee+ isa Yihowaan Waaqni Israaʼel kenne akka gaariitti beeku ture.* Harki Waaqa isaa Yihowaa isa irra waan tureef, mootichi wanta inni gaafate hundumaa isaaf ni kenne. Nahimiyaa 8:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Kanaafuu, Izraan lubichi jiʼa torbaffaa keessaa guyyaa isa tokkoffaatti+ Seericha gumii dhiirota, dubartootaa fi warra dhagaʼanii hubachuu dandaʼan of keessatti qabate duratti dhiheesse.+
6 Izraan kun Baabilon irraa dhufe. Inni garagalchituu* Seera Musee+ isa Yihowaan Waaqni Israaʼel kenne akka gaariitti beeku ture.* Harki Waaqa isaa Yihowaa isa irra waan tureef, mootichi wanta inni gaafate hundumaa isaaf ni kenne.
2 Kanaafuu, Izraan lubichi jiʼa torbaffaa keessaa guyyaa isa tokkoffaatti+ Seericha gumii dhiirota, dubartootaa fi warra dhagaʼanii hubachuu dandaʼan of keessatti qabate duratti dhiheesse.+