1 Seenaa Baraa 9:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Jiraattonni jalqabaa warri gara dhaala isaanii isa magaalota isaanii keessatti argamuutti deebiʼan Israaʼelota tokko tokko, luboota, Leewwotaa fi tajaajiltoota mana qulqullummaa* turan.+
2 Jiraattonni jalqabaa warri gara dhaala isaanii isa magaalota isaanii keessatti argamuutti deebiʼan Israaʼelota tokko tokko, luboota, Leewwotaa fi tajaajiltoota mana qulqullummaa* turan.+