LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Izraa 7:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Miʼawwan tajaajila mana Waaqa keetiif akka taʼaniif sitti kennaman hundumaa, Yerusaalemitti Waaqa kee duratti ni dhiheessita.+

  • Izraa 8:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Yerusaalemitti kutaawwan* mana Yihowaa keessatti+ ajajjoota lubootaa fi Leewwotaa, akkasumas bulchitoota manneen abbootii Israaʼel duratti hamma isaan madaaltanitti of eeggannoodhaan isaan eegaa.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi