-
Izraa 6:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Achiis Taatenaay inni bulchaa naannoo Lagicha Gamaa taʼe, Shetaar Bozenaayii+ fi michoonni isaanii wanta Daariyos Mootichi ajaje hundumaa hatattamaan ni raawwatan.
-