-
Izraa 7:26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 Namni Seera Waaqa keetii fi seera mootichaa hin eegne kam iyyuu, murtiin duʼaa yookiin murtiin biyyaa baafamuu yookiin murtiin adaba maallaqaa yookiin murtiin hidhamuu hatattamaan isa irratti haa dabarfamu.”
-