LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Izraa 10:16, 17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Warri duraan boojiʼamanii turan garuu wanta irratti walii galame ni raawwatan; Izraan lubichii fi dura buutonni manneen abbootii isaanii warri maqaadhaan galmeeffaman hundis jiʼa kurnaffaa keessaa guyyaa jalqabaatti dhimma kana qorachuuf kophaatti walitti ni qabaman; 17 jiʼa tokkoffaa keessaa guyyaa jalqabaattis isaan haala dhiirota dubartoota biyya ormaa fuudhan hundumaa qoratanii xumuran.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi