73 Luboonni, Leewwonni, karra eegdonni, faarfattoonni,+ sabicha keessaa namoonni muraasni, tajaajiltoonni mana qulqullummaa fi Israaʼelonni kaan hundi magaalota isaanii+ keessa jiraatan. Jiini torbaffaan yeroo gaʼettis+ Israaʼelonni magaalota isaanii keessa jiraachaa turan.+