24 Ati dhoqqee irraa iddoo aarsaa anaaf ni ijaarta; achi irrattis aarsaawwan kee warra gubaman, aarsaawwan gamtaa kee, bushaayee kee fi horii kee aarsaa gootee ni dhiheessita. Bakka ani maqaan koo akka yaadatamu godhu hundumaatti,+ gara kee nan dhufa; akkasumas sin eebbisa.