Lakkoofsa 29:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 “‘Jiʼa torbaffaatti, jiʼicha keessaa guyyaa isa jalqabaatti walgaʼii qulqulluu godhadhaa. Guyyaa kanatti hojii cimaa akkamii iyyuu hin hojjetinaa.+ Guyyaan kun guyyaa malakata itti afuuftani dha.+
29 “‘Jiʼa torbaffaatti, jiʼicha keessaa guyyaa isa jalqabaatti walgaʼii qulqulluu godhadhaa. Guyyaa kanatti hojii cimaa akkamii iyyuu hin hojjetinaa.+ Guyyaan kun guyyaa malakata itti afuuftani dha.+