-
Iyyaasuu 19:46Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
46 Mee Yaarqoonii fi Raaqoon ture; daangaan isaas Yoophee+ fuuldura ture.
-
-
Iyyaasuu 19:48Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
48 Dhaalli gosti Daan akka maatii maatii isaaniitti argatan kana ture. Magaalonnii fi gandeen isaaniis kanneen kana turan.
-
-
1 Seenaa Baraa 22:3, 4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Kana malees Daawit sibiila hedduu mismaara balbaloota karraatiif barbaachisanii fi maaxafaawwan tolchuuf oolan ni qopheesse; sibiila diimaa baayʼina isaatiin kan kaʼe madaalamuu hin dandeenyes ni qopheesse;+ 4 akkasumas saanqaawwan muka gaattiraa+ lakkaaʼamuu hin dandeenye ni qopheesse; sababiin isaas Siidoononnii+ fi warri Xiiros+ saanqaawwan muka gaattiraa hedduu Daawitiif fidanii turan.
-