-
2 Mootota 17:33, 34Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
33 Akka kanaan, isaan Yihowaa kan sodaatan taʼus, akka waaqeffannaa* sabootaa warra keessaa baafaman sanaatti waaqolii ofii isaanii ni waaqeffatu turan.+
34 Isaan hamma harʼaatti waaqeffannaa* isaanii isa duraa hordofu. Isaan keessaa tokko illee Yihowaa hin waaqeffanne;* isaan keessaa tokko illee dambiiwwan isaa, murtiiwwan isaa, Seerichaa fi ajaja Yihowaan ilmaan Yaaqoob isa maqaa isaa Israaʼel jedhee jijjiire+ sanaaf kenne hin hordofne.
-