LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 29:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Abbootiin keenya amanamoo hin turre; wanta Waaqa keenya Yihowaa duratti hamaa taʼes raawwataniiru.+ Isaan isa dhiisaniiru; fuula isaanii godoo qulqulluu Yihowaa irraa deebisaniiru; dugda isaaniis isatti garagalchaniiru.+

  • Izraa 9:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Achiis akkanan jedhe: “Yaa Waaqa koo, dogoggorri keenya mataa keenya irratti waan baayʼatee fi yakki keenya hamma samiitti waan tuulameef, yaa Waaqa koo, ani fuula koo gara keetti ol kaasuuf nan qaanaʼe, nan saalfadhes.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi