LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 27:34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Ajajawwan Yihowaan Gaara Siinaa irratti karaa Musee Israaʼelotaaf kenne kanneen kana dha.+

  • Lakkoofsa 36:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Ajajawwanii fi heerawwan Yihowaan gammoojjii Moʼaab isa Yerikoo gamatti, Yordaanos biratti argamu keessatti karaa Musee Israaʼelotaaf kenne kanneen kana dha.+

  • Keessa Deebii 12:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 “Yeroo biyya Waaqni abbootii keessanii Yihowaan akka dhaaltaniif isiniif kennu keessa jiraattan hundumaatti dambiiwwanii fi heerawwan isin of eeggannoodhaan raawwachuu qabdan kanneen kana dha.

  • Nahimiyaa 9:34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Mootonni keenya, bulchitoonni keenya, luboonni keenyaa fi abbootiin keenya Seera kee hin eegne; ajajawwan kee yookiin yaadachiisawwan* kee warra ati ittiin isaan akeekkachiisteefis xiyyeeffannaa hin kennine.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi