-
Nahimiyaa 13:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Kanaafuu, akkana jedheen guguddoota Yihudaatti dheekkame: “Guyyaa Sanbataa xureessuudhaan wanti hamaan isin gochaa jirtan kun maali dha?
-