-
Keessa Deebii 15:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 ‘Waggaan torbaffaan, waggaan liqiin itti dhiifamu dhihaateera’ jettee yaada hamaa kana garaa keetti qabachuudhaan,+ obboleessa kee isa hiyyeessa taʼeef arjummaa argisiisuu fi waa isaaf kennuu irraa duubatti akka hin jenne of eeggadhu. Inni sitti mufatee gara Yihowaatti yoo iyyate cubbuu sitti taʼa.+
-