-
Nahimiyaa 5:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Warri kaanis, “Yeroo hanqinni nyaataa uumametti midhaan argachuuf jennee maasii keenya, maasii wayinii keenyaa fi mana keenya qabsiisneerra” jedhu turan.
-