-
Nahimiyaa 5:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Achiis akkana isaaniin nan jedhe: “Wanti isin gochaa jirtan kun gaarii miti. Saboonni warri diinota keenya taʼan akka nu hin arrabsinetti Waaqa keenya sodaattanii+ deddeebiʼuu hin qabdanii?
-