-
Nahimiyaa 4:3, 4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Yeroo kanatti Xoobiyaan+ Amoonichi+ inni isa bira dhaabbatee ture, “Jeedalli illee wanta isaan ijaaraa jiran kana irra utuu baatee dallaa dhagaa isaanii kana ni jigsiti” jedhe.
4 Isaan waan nu tuffataniif+ yaa Waaqa keenya, dhagaʼi; arrabsoo isaaniis mataa isaanii irratti deebisi;+ akka saamaman, boojiʼamaniis gara biyya kan biraatti akka geeffaman godhi.
-