-
Nahimiyaa 2:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 kana malees, saanqaa karrawwan Dallaa Dhagaa+ Manichaatiif,* dallaawwan magaalattiitiif,+ akkasumas mana ani gara isaa dhaquuf taʼu akka naaf kennu xalayaan ani Asaaf isa eegduu Paarkii* Mootichaa taʼetti kennus naaf haa kennamu.” Harki Waaqa koo inni gaariin anaa wajjin waan tureef,+ mootichi wantoota kana anaaf ni kenne.+
-