- 
	                        
            
            1 Seenaa Baraa 24:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
3 Daawit, Saadoq+ isa ilmaan Eleʼazaar keessaa tokko taʼee fi Ahimelek isa ilmaan Itaamaar keessaa tokko taʼee wajjin taʼuudhaan akka itti gaafatamummaa tajaajila isaaniif kennameetti isaan hihire.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            1 Seenaa Baraa 24:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
8 inni sadaffaan Hariimiif, inni arfaffaan Seʼoriimiif,
 
 -