-
Nahimiyaa 12:40Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
40 Dhuma irrattis gareen faarfattootaa galata dhiheessan lamaan mana Waaqa dhugaa fuuldura ni dhaabbatan; anii fi walakkaan bulchitoota gad aanoo,
-
-
Nahimiyaa 12:42Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
42 akkasumas Maaʼaaseyaan, Shemaayaan, Eleʼazaar, Uuziin, Yehohaanaan, Maalkiyaan, Eelaamii fi Ezeer akkanuma goone. Faarfattoonnis geggeessaa Hizraahiyaa jalatti sagalee isaanii ol kaasanii faarfatan.
-