-
1 Saamuʼel 1:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Haannaan garaa ishii keessatti dubbachaa waan turteef, hidhii ishii qofatu sochoʼa malee sagaleen ishii hin dhagaʼamu ture. Kanaafuu, Eeliin waan machoofte itti fakkaate.
-