LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 31:10-12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Akkanas jedhee isaan ajaje: “Dhuma waggoota torbaa hundumaatti, waggaa liqiin itti namaaf dhiifamu+ keessaa yeroo murteeffametti, jechuunis yeroo Ayyaana Daasiitti,*+ 11 guutummaan Israaʼel bakka Waaqni kee Yihowaan filatetti isa duratti yommuu dhihaatanitti,+ guutummaan Israaʼel utuma dhagaʼuu Seera kana dubbisi.+ 12 Isaan akka dhagaʼaniif, waaʼee Waaqa kee Yihowaa akka baratanii fi isa akka sodaataniif, akkasumas dubbii Seera kanaa hundumaa akka raawwataniif sabicha, jechuunis dhiirota, dubartoota, ijoollee* fi nama biyya ormaa magaalota* kee keessatti argamu walitti qabi.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi