-
Iyyaasuu 7:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Yeroo kanatti Iyyaasuun uffata isaa tarsaasee hamma galgalaatti adda isaatiin Taabota Yihowaa duratti ni gombifame; innii fi jaarsoliin Israaʼel akkanuma ni godhan; mataa isaanii irrattis awwaara ni firfirsan.
-