19 Akkuma biyya Gibxiitii jalqabee hamma ammaatti saba kanaaf dhiifama goote, maaloo ammas akkuma jaalala kee isa amanamaa isa guddaa taʼe sanaatti balleessaa saba kanaatiif dhiifama godhi.”+
20 Achiis Yihowaan akkana jedhe: “Akkuma ati jettetti dhiifama isaaniif nan godha.+