- 
	                        
            
            Abbootii Murtii 4:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
4 Eehud erga duʼee booda garuu, Israaʼelonni ammas wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe ni raawwatan.+ 2 Kanaafuu, Yihowaan harka Yaabiin mootii Kanaʼaan+ isa Hazoor keessatti bulchaa tureetti dabarsee isaan gurgure. Siseeraan inni Harosheet+ ishii kan sabootaa taate* keessa jiraachaa ture immoo ajajaa raayyaa waraanaa isaa ture.
 
 -