Nahimiyaa 4:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Saanbaalaax+ nuti dallicha deebisnee ijaaraa akka jirru akkuma dhagaʼeen ni aare; akka malee ni mufate;* Yihudootattis ni qoose. Nahimiyaa 6:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Saanbaalaaxii fi Geeshem yeruma sana, “Kottu, gandeen Dirree Sulula Onoo+ keessatti wal arguuf beellama haa qabannu” jedhanii ergaa natti ergan. Garuu isaan na miidhuuf natti malachaa turan.
4 Saanbaalaax+ nuti dallicha deebisnee ijaaraa akka jirru akkuma dhagaʼeen ni aare; akka malee ni mufate;* Yihudootattis ni qoose.
2 Saanbaalaaxii fi Geeshem yeruma sana, “Kottu, gandeen Dirree Sulula Onoo+ keessatti wal arguuf beellama haa qabannu” jedhanii ergaa natti ergan. Garuu isaan na miidhuuf natti malachaa turan.