13 Wantoonni warri galmeeffaman hundi kennan kanneen kana dha: akka madaallii sheeqilii iddoo qulqulluu dhaabbataa taʼe sanaatti+ sheeqilii walakkaa ni kennu. Sheeqiliin tokko geeraa 20 wajjin qixxee dha. Sheeqilii walakkaan buusii Yihowaadhaaf godhamu dha.+